Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Raashiyaa Moskootti raawwate balaaleffate.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa baaseen halleellichaan miidhaa qaqqabeen gadda itti dhaga’ame ibseera.
Shorkeesummaan gochaa farra dhala namaa ta’uun miidhaa akkanaa dhabamsiisuuf walta’insa cimaa biyyootaa barbaachisaa jedheera.
Wayita rakkoo akkanaatti Mootummaa Itiyoohyaa ummataa fi mootummaa Raashiyaa cinaa kan dhaabbatu ta’uus eereera.
Raashiyaatti haleellaa galma Konsartii muuziqaa qophaa’e keessatti raawwateen hanga ammaatti namoonni 93 kan ajjeefaman yoo ta’u, namoonni 100 ol ta’an mada’uun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.