Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsite

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan guyyaa hundeeffama Turkii waggaa 100ffaa sababeeffachuun mootummaa fi ummata biyyattiif ergaa baga geessanii dabarsiteerti.

Turkiin waggoottaan 100 darban michuu fi tumsa cimaa agarsiisaa turte kan dinqisiifamu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ergaa dabarseen himeera.

Itiyoophiyaan yeroo itti aanu hariiroo qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu mirkaneesseera.

Yeroon Itti Aanu Ummataa fi Mootummaa Turkiif kan nageenyaa fi Badhaadhinaa akka hawweera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment