Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Fireewayinii Hayiluun meetira 3000 1ffaa bahuun Itiyoophiyaaf Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argamsiisteetti.
Atileetiin Itiyoophiyaa biraa Atileet Birqee Hayiloom dorgommicha 5ffaa bahuun xumurteetti.
#Oromia #Ethiopia