Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi karooraa fi fedhii misoomaarratti waloon hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Ministira Pilaanii fi Misoomaa Somaaliilaandi Dooktar Ahimad Mahaammad waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin, ministiroonni lameen hojiilee misoomaa garaagaraarratti akkasumas fedhiiwwan misoomaa fi guddina dhimmoota bu’uureffatanirratti walta’iinsaan akka hojjetan mari’achuu ragaan Ministeeraa Pilaanii fi Misoomaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment