Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan yakkoota daangaa ce’aa fi daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti marii taasisan

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Jilli koomishinara Jeneraalaa koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eliin durfamu Saa’udi Arabiyaatti daawwannaa hojii taasiseera.

 

Jilichi yakkoota daangaa ce’aaniifi daddabrsa namootaa seeran alaa irratti xiyyeeffachuun mari’achuu ibsameera.

 

Waljijjiirraa ragaa fi ijaarsa humna namaa irratti waliin hojjachuuf walii galuu ragaan Komishinicharraa argame ni mul’isa.

 

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

 

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

 

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

 

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment