Itiyoophiyaa fi Neezarlaand waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 45 mallateessan

Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Neezarlaand waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 45 mallateessaniiru.

Deeggarsichi Piroojektoota bulchiinsa Yaa’awwan Itiyoophiyaa raawwachiisuuf kan oolu ta’uu ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni mul’isa.

Piroojektichi bulchiinsa qindaa’aa qabeenya Bishaan laga Abbay, Awaash, Sulula Qiinxamaa, Oomoo, Gibee fi Takkazee ammayyeessuuf dandeessisa jedhameera.

Comments (0)
Add Comment