Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaan qaban cimsuuf waliigalan

Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaa biyyoota lamaan gidduu jiru caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.

Qindeessummaa Ministeera Nageenyaan jilli Moorookootti daawwannaa hojiirra jiru, Ministira Indoowumantii fi dhimmoota Amantaa Moorookoo Ahimad Tawufiiq waliin mari’ateera.

Itiyoophiyaa fi Moorookaan aadaa fi amantaa walfakkaataan qabaachuu fi hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf walitti dhiyeenyaan kan hojjetamu ta’uu mari’achaan mirkanaa’eera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment