Itiyoophiyaa fi ‘KOICA’n waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessan

Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Itiyoophiyaa fi Ejensiin Walta’iinsaa Idil Addunyaa (KOICA) waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessaniiru.

Waliigaltichis alergee oomishaalee qonnaa tumsuu fi quucarummaa daa’immanii hir’isuuf kan oolu ta’uun ibsameera.

Waliigaltichas Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Saamarittaa Sawaasawuu fi Pireezidaantii Ittaanaa Ejensii Walta’iinsaa Idil Addunyaa Kooriya Dongihoo Kiim mallatteessaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment