Itiyoophiyaa fi Chaayinaan qabsoo farraa malaanmaltummaarratti tumsaan hojjechuuf mari’atan

Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koominishinii Naamuusa fi Farra Malaanmaltummaa Dooktar Saamu’eel Hurqaatoon Itiyoophiyaatti Ittaanaa Ambaasaaddara Chaayinaa Ambaasaaddar Shiin Kaanmiin waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniin Itiyoophiyaa fi Chaayinaan qabsoo farraa malaanmaltummaarratti tumsaan hojjechuu akkaataa danda’amurrati kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Investaroonnii fi abbootiin qabeenyaa Chaayinaa dameelee invastimantirratti hirmannaa olaanaa taasisaa jiran naannaawaa hojii malaanmaltummaarra bilisa ta’ee uumuu akkaata dandeesiisurrattis mari’achuu ragaan Koomiishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment