Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsaan diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaagaan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo diinagdee biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanirratti mari’achuu ragaan Itiyoophiyaatti Embaasii Ameerikaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment