Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har’a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Tapha deebii har’a sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Leesseettoo galchii 2 fi 1n injifateera.
Tapha michoommaa idil addunyaa biyyoota lamaan gidduutti taphatame marsaa jalqaan Leesseettoon galchii 2 fi 1n Itiyoophiyaa injifachuun kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.