Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa eegalchiise

Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa (5G) har’a eegalchiise.

Addabaabayii Michummaatti sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaa irratti, Itiyoo Telekom tajaajilicha Magaalaa Finfinnee naannawaa 145’tti eegalchiisuun ibsameera.

Tajaajilli kun jala bultii bara haaraatti eegaluun abdii haaraa kan uumuu ta’uun eerameera.

Tajaajilli Neetiwoorkii Mobaayilaa Dhaloota 5ffaa (5G) kanaan dura Magaalattii naannawaalee filamanii fi Magaalaa Adaamaatti sadarkaa yaaliin hojiirra oolaa turuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment