Itiyoo – Teeleekoom Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyiif meeshaalee barnootaa gumaache

Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Itiyoo – Teeleekoom Dameen Giddugala Lixaa fi Kibba Lixaa Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 2f meeshaalee barnootaa gumaacheera.

Dhaabbatichi Qaammee 5, Guyyaa Dhalootaa sababeeffachuun gumaacha kana taasiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Magaaloota kanneeniirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment