Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Israa’el godaantota Ityoophiyaa yakka waraanaa raawwachuun shakkaman Ityoophiyaaf dabarsitee laachuuf waadaa galuu ibsameera.
Israa’el ejjennoo kana kan qabaatte erga Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gita isaanii waliin dhimmicharratti bilbilaan mari’atanii booda ta’uu ibsameera.
Waggaa darbe godaantota Israa’el seenan kuma 2 ol keessaa hoggantoonni waraanaa 4 ajjechaa lammiilee nagaarratti raawwateen shakkamuu ibsameera.
Eenyummaa dhugaa godaantota Ityoophiyaa bara darbe Israa’el seenan beekuun ishee rakkisuu akka danda’u eerameera.
Maddi:- Ze Taayims Oof Israa’el
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.