Ispoortii
Atleeti Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu Fiigicha Daayimandii Liigii Poolaandi injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Fiigichaa Daaymandi Liigii 8ffaa Poolaand Magaalaa Siileesiiyaatti gaggeeffameen Atileet Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu injifachuu danda’aniiru.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaan Hiruut Mashashaan dorgommicha daqiiqaa 3 fi sekoondii 54’n galuun yoo injifattu, dhuunfaa isheen sa’atii…
Read More...
Luusiiwwan gita isaanii tapha deebiin injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Dubartoota Ityoophiyaa Luusiiwwan tapha deeBiin gita isaanii Chaad 4 fi 0 injifataniiru.
Olompikii Kubbaa Miilaa Dubartootaa 2024 Zoonii Afrikaa calallii marsa…
Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har'a Kootidivaaritti ifoomeera.
Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii, Giinii Bisaawuufi Seeraaliyoon waliin ramadamuu…
Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta'eera.
Dorgommiin Madaallii Guddattoota Oromiyaa Umrii waggaa17…
Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera.
Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan garichaa Fireew Hayilamikaa’eel har’a miidiyaaleef…
Shaampiyoonaan dorgommii Teekwaandoo Finfinneetti eegale
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaan kilabootaa Teekwaandoo 2015 Finfinnee ispoortessitoota 500 hirmaachisee eegalame.
Dorgommii Shaampiyoonichaan Kilaboonni 45 akaakuuwwan damee ispoortichaa 12’n koorniyaa…
Atleet Yaalemzarfi fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Atleet Yaalemzarfi Yewahalaw fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaa magaalaa Darbaanitti fiiggame injifatteerti.
Fageenyicha daqiiqaa 30 fi sekondii 46 xumuruun injifatteerti.
#Oromia #Ethiopia…