Ispoortii
Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2023/24 har'a Faransaay Monaakootti ifoomeera.
Maanchiister Yuunaayitiid, Baayern Muunik, Kooppan Haganii fi Gaalaataasaaraay ramaddii 'A',
Arsenaal, Seeviyaa, PSV fi Leensi ramaddii 'B', Naappoolii, Riyaal Maadiridii, Biraagaa fi Barliin Yuuniyeen ramaddii 'C' ,…
Read More...
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf badhaasni jajjabeessituu laatame
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Jila Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef badhaasni jajjabeessituu laatameera.
Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasiifamaa jira
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifamaa jira.
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa Hangaarii magaalaa Budaapeesitti gaggeeffameerratti Alteetoonni kumni 2 fi 100 biyyoota 195…
Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa wayita Finfinnee ga’u simannaan taasiifameef
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaate wayita Finfinnee ga'u simannaan taasiifameefira.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii…
Gameessi tapha Buunyaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) boqote
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommiiwwan Olompikii tapha Buunyaarratti addaa duree kan ta’an keessaa Gameessi taphichaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) addunyaa kanarraa du’aan boqote.
Itiyoophiyaa bakka…
Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’an
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Leenjisaan duraanii Maanchister Siitii Roobertoo Maanchiiniin leenjisaa garee biyyaalessa Saa’ud Arabiyaa ta’aniiru.
Maanchiiniin leenjisummaa garee biyyaalessaa Xaaliyaanii irraa kan ka’an torban…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf boru simannaan gootaa ni taasifaama
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoona Atiletiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun bu’aa jajjabeessaa argamsiisaniif guyyaa boruu simannaan gootaa kan taasifamuuf ta’uu Ministeerri Aadaa fi…