Ispoortii
Suuppar Liigiin Tarkii gochaalee admalee namuusa Ispoortii hin madaalle keessummeessaa jiraachuu himame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa Suppar Liigii Tarkii gochaalee Ispoortii Ammayyaa hin madaalle keessummeessaa jiraachuu himameera.
Tapha Dilbataa kaleessaa taphatameen, deeggartoonni Tiraabzonispor gara dirree seenuun, taphattoota Feenarbaachii haleeluu ibsameera.
Tapha Istaadiyiemii Paappaaraa Paark, Tiraabzonitti…
Read More...
Atileet Jamaal Yimar Maaraatoonii See’ul injifate
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Kooriyaa Kibbaa Magaalaa See'ulitti fiigicha maaraatoonii gaggeeffameen Atileet Jamaal Yimar injifate.
Atileet Jamaal dorgommicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 6 fi Sekoondii 8'n yoo xumuru, maraatoonii…
Fiigichi kiiloo meetira 5 dubartoota Kuma 15 hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Dubartoonni kuma 15 ol kan irratti hirmaatan fiigichi kiiloo meetira shanii "Dubartootaaf dursa" Marsaa 21ffaan Finfinneetti gaggeeffame.
Mata duree "Dandeettii Dubartootaa haa deeggarru; jijjiirama…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaarratti hirmaatu Gaanaa Akiraa gale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akiraa galeera.
Jilli Atileetoota 80 fi Hoggantoota 5 of keessatti hammate kun har'a ganama Gaanaa…
Sirni walharkaa fuudhiinsi Xombora Olompikii raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Naannoon Oromiyaa Xombora Olompikii naannoo Affaarirraa fuudhuun naannoo Amaaraatti dabarsee kenneera.
Sirni wal harkaa fuudhinsaa kun har'a magaalaa Bishooftuutti bakka hooggantoonni naannoofi…
Taphoota FA Cup taphni har’a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil waliin taasiisu ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Taphoota Nuusa xumuraa FA Cup taphni har'a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil, Boru ammoo Maanchiister Yuunaayitiid Liiverpuul waliin taasiisan hawwiin eegama.
Taphoota Nuusa xumuraa kanaan har'a…
Tapha Guutuu Afriikaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatte
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Tapha Guutuu Afriikaa 13ffaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatteetti.
Dorgommii Biskileetii dhiirotaa umrii 23 gadii gaggeeffameen Kiyyaa Jamaal 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii argamsiiseera.…