Ispoortii
Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Biyyaalessaan adda bahan
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa Itiyoophiyaa Fireew Hayilagabre’eel ifatti hojii leenjisummaa gadi dhiisaniiru.
Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa Itiyoophiyaa fi dubartootaa umrii waggaa 20 gadii leenjisaa turan.
Bara 2013 leenjisaa garichaa ta’uun kan muudaman…
Read More...
Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana Keessaa Boostan Niwuu Baalaansi injifatan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammeechaa Girmaa fi Gudaaf Tsagaay fiigicha Mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Boostan Niwuu Baalaansi injifataniiru.
Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii gufachiisaa fageenya…
Arsenaal Liivarpuuliin injifate
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaa har'a taphatameen taphni si'oominaan eegamaa ture olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Liivarpuul injifachuun sadarkaa isaa…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayiid morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayiid Weest Haam yoo injifatu Cheelsiin Woolvisiin injifatame.
Taphni har'a galgala sa'aatii 11:00…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan taphni har'a Arsenaalii fi Liivar Puulii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni har'a galgala sa'aatii 1:30 irraa jalqabee taphatamu kun…
Gareen Sarkasii “Black Lion” galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’e
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Gareen Sarkasii “Black Lion” Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Aartii Sarkasii Xaaliyaaniittii gaggeeffamerratti hirmaate rikardii haaraa galmeessuun galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’e.…
Taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni taphatamu.
Haaluma kanaan Maaliin Kootdiivaar waliin Keeppiverdeen ammo Afrikaa Kibbaa walin ni taphatu.
Morkiin tapha walakkaa…