Ispoortii
Haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee xumurame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Ulaagaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa bu’uura taasiisuun haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture guutumaan guutuutti xumuramuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksise.
Waggoota 2 oliif haaromsamaa kan ture akkaataa ulaagaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa kaa’een…
Read More...
Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3’n Itiyoophiyaan meedaaliyaa Maaldaa argatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Dorgommii Fiigicha Gufachiisaa meetira Kuma 3'n Atileet Loomii Mullataa meedaaliyaa Maaldaa Itiyoophiyaaf argamsiisteetti.
Atileet Loomiin dorgommicha daqiiqaa 9 fi Sekoondii 26, maayikiroo Sekoondii…
Dorgommii tarkaanfiin Misgaanaa Waaqumaa Warqee 5ffaa argamsiise
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaan dorgommii tarkaanfii kiiloo meetira 20'n dhiiraan Misgaanaa Waaqumaa meedaaliyaa Warqee 5ffaa Itiyoophiyaaf argamsiiseera.
Dorgommicha Dubartootaan ammoo Sintaayyoo…
Atileet Nibrat Malaak Meedaaliyaa Warqee fi Atileet Gammachuu Didhaan meedaaliyaa Meetii…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) -Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa galgala kana fiigicha meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa fi 2ffaa ba'uun xumuraniiru.
Atileet Nibrat Malaakii fi…
Atileet Tsiggee Dhugumaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) -Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan Atileet Tsiggee Dhugumaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa Itiyoophiyaaf argamsiifte.
Atileet Tsiggeen dorgommii fiigicha meetira 800 dubartoota gidduutti gaggeeffamme…
Taphoota guutuu Afrikaan har’a fiigichi meetira kuma 10 ni gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Taphoota guutuu Afrikaan har’a fiigicha meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu.
Fiigicha har’a galgala sa'aatii 4:35 eegalee gaggeeffamu…
Fiigicha dubartootaa meetira kuma 5’n Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) - Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa Gaanaa Akiraatti gaggeeffamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa meetira kuma 5n injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti meetira kuma 5'n gaggeeffameen Atileetonni…