Ispoortii
Kiliyaam Mibaapeen Riyaal Maadriditti makame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa Faransaay Kiliyaam Mibaapeen jijjiirraa bilisaan Riyaal Maadriditti makameera.
Waliigaltee waggaa 5 mallatteessuun ifatti kilabichatti makamuu ibsameera.
Waliigateen PSG waliin qabu xumuramuu hordofee waayita fooddaan jijjiirraa taphattoota Laaligaa eegalame jijjiirraa bilisaan…
Read More...
Joosee Moriinihoon leenjisaa Feenarbaachee ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Joosee Moriinihoon kilaba Turkii Feernabaachee leenjisuuf kontiraata waggaa 2 mallatteesseera.
Moriinihoon kanaan dura Cheelsii, Riyaal Maadrid, Intermiilaan,Tootnehaam fi…
Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa boru Istaadiyeemii Weembileeyitti taphatama
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) –Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni xumuraa boru Istaadiyeemii Weembileeyitti Riyaal Maadridii fi Boorishiyaa Doortimandi gidduutti taasiifamu hawwiin eegama.
Falmiin boru halkan…
Baayerni Muunik Viinsent Koompaanii leenjisaa kilabichaa taasiisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Baayerni Muunik Lammii Beeljiyeem Viinsent Koompaanii leenjisaa kilabichaa taasiisuun muuduu ifatti beeksise.
Viinsent Koompaaniin hanga bara Fanjootaa 2027tti kilabicha leenjisuuf mallatteessuu BBCn…
Atileet Suutumee Asaffaan jila Atileetiksii Olompikii Paariisitti makamte
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Atileet Suutumee Asaffaan jila Atileetiksii Olompikii Paariis 2024 irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaatanitti makamte.
Atileet Suutumeen maqaa Atileetootaa Federeeshiniin…
Kiristaanoo Roonaaldoon galchii liigii Saa’udii fooyyesse
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kiristaanoo Roonaaldoon bara kana Liigii Sawudii Piroo keessatti galchii 35 lakkoofsisuun rikkardii haaraa galmeesseera.
Roonaaldoon taphoota 31 taphatee galchiiwwan 35 galchuun kubbaa galchii ta’an 11…
Saawuuz hampitan tapha xumuraa daraan qaalii ta’e injifachuun gara Piriimeer Liigitti…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Saawuuz hampitan tapha xumuraa sadarkaa addunyaatti daraan qaalii ta'e injifachuun gara Piriimeer Liigitti deebi'eera.
Tapha har'a kilaba 3ffaa gara Piriimeer Liigiitti deebi'e adda baasuuf…