Ispoortii
Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate.
Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal Paalaas injifachuun morkii isaa caalmaatti cimsateera.
#Oromiyaa #Ethiopia
Read More...
Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodate
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa galgala kana taphatameen Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodateera.
Niwuukaasiil galchii 4 fi…
Federeeshinich Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegaleera.
Damee Atileetiksii Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti qooda olaanaa kan qabu ta’uu Ministirri Ministeera…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaan har’a waaree boodaa eegalee taphatama
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har’a waaree boodaa eegalee taphatamuun morkiin kilabootaa gidduutti taasifamu hawwiin eegama.
Keessumaa taphni boru Tootenhaam, Liiverpuul…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa hanga 19ffaa Adaamaatti taphatama jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa hanga 19ffaa Istaadiyeemii Yuuniversiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti kan taphatamu ta’uu ibsame.
Taphoonni torbee 12ffaa kun Mudde…
Atileet Dirribeen dorgommii’Grand slam Track’ irratti hirmaachuuf waliigaltee…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii dhuunfaa kan ta’e fiigicha'Grand slam Track' irratti hirmaachuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Atileet Dirribeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 bara Faranjootaa…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifatan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 2ffaan kilabni Kubbaa Miilaa Kutaa Magaalaa Sabbataa Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifataniiru.
Sabbataan galchii 2 fi 1n Muka Xurii yoo injifatu, Galaan galchii 1 fi…