Ispoortii
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 23ffaa meedaaliyaa 10 argachuun xumurte
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 23ffaa Kaameeruunitti gaggeeffaamaa ture meedaaliyaa 10 argachuun xumurte
Shaampiyoonaa atileetonni kumni 2f 500 biyyoota 27 irraa walitti babba'an irratti hirmaataana kana Itiyoophiyaan meedaaliyaa warqee 5, Meetii 4 fi Naasii 1 argachuun xumuruu ragaan…
Read More...
Joorjiyaa fi Turki tapha moo’atanii darbuuf gahan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Joorjiyaa fi Turki tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru.
Tapha ramaddii marsaa xumuraa har'a taphatameen Joorjiyaan galchii 2 fi 0n…
Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo’atanii darbuuf gahan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru.
Tapha har'aan Roomaaniyaa fi Isloovaakiyaan galchii 1 qixa…
Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa Meetii argatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Shaamiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Kaameerunitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa meetii argatte.
Atileet Alemnaat Waaleen fageenyicha sadarkaa 2ffaan…
Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan ijoo…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan hawaasa Ispoortii Kubbaa miilaa biratti ijoo dubbii ta’uu ibsameera.
Biyyoonni lamaan qabxii fi…
Abbubakar Naasiriin Kilaba Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara bahe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Taphatan Sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Naasiriin Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara baheera.
Abbubakar yeroo itti aanu Kilaba…
Waancaa Awurooppaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa17ffaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee taphni Yuukreen Beeljiyeem, Isloovaakiyaan…