Ispoortii
Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayyii fiigicha gulaallii walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayyiin fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 fiigicha gulaallii walakkaa xumuraaf darbaniiru.
Atileet Dirribee Waltajjiin fageenyicha daqiiqaa 3፡59.73 fi Gudaaf Tsaggaayyiin daqiiqaa3:58.84 xumuruun ramaddii isaaniirraa sadarkaa 1ffaa bahuun fiigicha gulaallii…
Read More...
Fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa har’a ni…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa Atileetota Itiyoophiyaa hirmaachise har’a ni fiigama.
Har’a waaree dura sa’aatii 5:05 irraa jalqabee fiigichi…
Atileet Lammeechaa Girmaa, Geetinnat Waalee, Saamu’eel Fireewu dorgommii xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Olompikii Paariis dorgommii gulaallii figicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiraan, Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii xumuraaf darbaniiru.
Haaluma kanaan ramaddii jalqabaa keessaa Atileet Geetinnat…
Atileet Qananiisaan Olompikii Paarisiif qophii gahaa taasisuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaan dorgommii figicha Maaraatoonii Olompikii Paarisiif qophii gahaa taasisuu ibse.
Atileet Qananiisaan gama midiyaa hawaasummaa isaan akka beeksisetti, dorgommii olompikichaaf…
Olompikii Paarisiin har’a fiigichi xumuraa Atileetonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Fiigichi xumuraa meetira kuma 5 fi meetira 800 dubartootaa Atileetonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni gaggeeffama.
Har’a halkan sa’aatii 4:15 irraa eegalaa fiigichi meetira kuma 5 durbatoota gidduutti…
Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Dorgommii Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dubartootaan Atileet Simboo Alamaayyoo fi Loomii Mullataa dorgommii xumuraaf darbaniiru.
Atileet Loomiin ramaddii isheerraa 5ffaan akkasumaas…
Dorgommiiwwan Gulaallii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)-Olompikii Paariis 2024'n fageenya garaagaraan dorgommiiwwan Gulaallii sadii Itiyoophiyaan irratti hirmaattu har'a ni gaggeeffamu.
Fiigichi gulaallii walakkaa xumuraa meetira 800 dubartootaa fi meetira…