Ispoortii
Joorjiyaa fi Cheek qixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaan Joorjiyaa fi Rippaabilkiin Cheek 1 fi 1 qixa ba’aniiru.
Galgalaa kana sa’aatii 1:00 irratti taphni Porchugaalii fi Turki gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannaa olaanaan kan eegamudhaa
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama…
Read More...
Tapha Waancaa Awuroppaa har’aan morkiiwwan jajjabboon ni gaggeeffamu
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a taphoonni eegaman ni gaggeeffamu.
Sa’aatii 10:00 irratti Joorjiyaa fi Rippaabilikiin Cheek kan taphatan yoo ta’u sa’attii 1:00 irratti ammo Turkii fi Poorchugaal…
Yuukreen Isloovaakiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a sa’atti 10:00 irraa eegale taphatameen Yuukreen Isloovaakiyaa galchii 2 fi 1n injifatte.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa…
Adaamaan Baahirdaariin Injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC)-Tapha Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Magaalaan Baahirdaar 3 fi 2’n Magaalaa Adaamaa injfateera.
Tapha Piriimiyer Liigichaa Isteediyemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamaa jiruun,…
Arjentiinaa 2 – 0 Kaanaadaa
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Waancaa Kooppaa Ameerikaa eda jalqabeen Arjentiinaan tapha baniinsaan Kaanaadaa injifatte.
Shaampiyoonaan yeroo 15 Arjentiinaan Kaanaadaa galchii 2 fi 0n injifatteerti.
#Oromia…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu hawwiin eegama.
Taphoota waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’u, taphni…
Ispeen 1- 0 Xaaliyaanii
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni halkan kana Ispeenii fi Xaaliyaanii gidduutti taphatame olaantummaa Ispeeniin xumurame.
Ispeen 1 fi 0n Xaaliyaanii injifatteefrti.
Ispeen qabxii 6 walitti qabachuun…