Ispoortii

Ispoortii

Niwkasil Yuunaayitid 2-1 Liivarpuul

Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Niwukaasil Yuunaayitid waggaa 57 booda waancaa waliin araarameera. Tapha xumuraa Wancaa Kaarbaa'oo Ingiliz Niwuukaasil Yuunaayitid Liivarpuuliin 2:1 mo'achuun waancicha mo'ateera. Galgala kana istaadiyeemii Wenbileeeyitti tapha taphataniin Daan Barni fi Alaksaandar Isaaq galchii Niwukaasil ittiin injifate…
Read More...

Arsenaal 1 – 0 Cheelsii

Finfinnee, Bitootessa 7, 2017 (FMC) - Darbiin Landan Olaantummaa Arsenaaliin xumurame. Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaa har 'a taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0n Cheelsii injifateera. Tapha biroon Fuulhaam…