Ispoortii
Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa Meetii argatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Shaamiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Kaameerunitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa meetii argatte.
Atileet Alemnaat Waaleen fageenyicha sadarkaa 2ffaan xumuruun meedaaliyaa Meetii argamsiifteerti.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan ijoo…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan hawaasa Ispoortii Kubbaa miilaa biratti ijoo dubbii ta’uu ibsameera.
Biyyoonni lamaan qabxii fi…
Abbubakar Naasiriin Kilaba Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara bahe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Taphatan Sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Naasiriin Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara baheera.
Abbubakar yeroo itti aanu Kilaba…
Waancaa Awurooppaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa17ffaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee taphni Yuukreen Beeljiyeem, Isloovaakiyaan…
Faransaayii fi Ostiriyan tapha mo’atanii darbuuf ga’an
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppa sa’aatii 1:00rraa eegalee gaggeeffameen Faransaayii fi Ostiriyaan taphaa mo’atanii darbuuf darbuu danda’aniiru.
Faransaay dorgommichaan ala kan taatee Poolaandi waliin…
Ijibbaata falmii tapha mo’ataanii darbuu Waancaa Awurooppaaf har’a taasifamu
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaaf har’a taphatamaniin falmii tapha mo’ataanii darbuuf taasifamuun Faransaay, Ingilizii fi Neezerlaandiin ijibbataa jabaatu eeggata.
Haaluma kanaan galgala sa’atii…
Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte.
Dorgommii kiiloomeetiraa 20 kaameeruun Duwaalaatti gaggeeffame…