Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a Woolviis Notiingahaam Forest waliin taphata Sifen Megersa Jan 6, 2025 0
Ispoortii Kilabni magaalaa Adaamaa Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifate Sifen Megersa Jan 5, 2025 0
Ispoortii Atileet Ruut Aagaa fi Daawwit Waldeen fiigicha Maaraatoonii Chaayinaatti gaggeeffame injifatan Sifen Megersa Jan 5, 2025 0
Ispoortii Atleet Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Atleetiin lammii Keeniyaa Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame. Atleet Eeluud Kiippichoogeen bara kana fiigicha maaraatoonii Awustiriyaa magaala Viiyeenaatti gaggeeffammeen fageenyicha sa’aatii 1:59:42 xummuruun seenaa addaa hojjetee ture. Dorgommii maaraatoonii… Read More...
Ispoortii Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame. Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Dhiiraan…
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa…
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…