Ispoortii
Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate.
Taphni priimiyar liigii torbee 5ffaa har'a magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Tapha Istaadiyamii Tigraayitti gaggeeffame kanaan Maqalee 70 Indartaan Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat 1f 0dhaan injifateera.…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame.
Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga Muddee 25, 2012tti kan turu yoo ta’u, guddattoota…
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii taasisaniin qabxii boonsaa galmeessan
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Torbee dabarsine Sanbataa fi Dilbata atleetonni Ityoophiyaa dhiiraa fi dubartootan waldorgommii addunyaa garagaraa 10 taasisaniiru.
Atleetonni kunneen dorgommii taasisaniin qabxii boonsaa…
Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 injifate
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Qiddusa Giyoorgiis 2-1 yoo injifatu Adaamaan qixa bahe.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffaman yemmuu ta’u, taphoonni…
Priimiyar liigii Ityoophiyaatin har’a taphoonni 6 ni gaggeeffamu
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan taphni torbee 5ffaa har’aa fi boru ni taphatamu.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffaman yammuu ta'u, taphoonni hundi magaalota naannolee irratti…
Obbo Biiniyaam Miruuts preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta’uun filataman
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Obbo Biiniyaam Miruuts Yifxar preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta'uun filataman.
Federeeshinichi kaleessa namoota waggaa 4f preezdaantummaan isa gaggeessan filateera.…
Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartoota Maaltaan keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Tapha…