Ispoortii
Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera.
Bakka isaanii itti aanaa leenjisaa kan turen Fissahaa Tsi’uumalsaan leenjisaa yeroo ta’uun filatamaniiru.
Gareen kun taphoota 12n darban irraa qabxii 36 osoo…
Read More...
Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa'aniiru.
Faasiil, Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin taphatee 1f 0dhaan injifateera.
Magaalaan Sabbataa ammoo…
Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Preezdaantiin Waldaa Kubbaa Miillaa Addunyaa(FIFA) Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan.
Preezdaantichi taphni waancaa Afrikaa…
Waldorgommiin walakkaa maraatoonii 21ffaa Bishooftuutti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waldorgommii walakkaa maraatoonii 21ffaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffameen Atleet Taammiraat Tolaan injifate.
Kaayyoon waldorgommichaa naannolee fi bulchiinsoota magaalaaf, kilabootaa fi dhaabbileef…
Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan taphni:
Adaamaan 3-0…
Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan guyyaa booru Bishooftuutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan Ityoophiyaa guyyaa booru magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama.
Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii kana irratti naannoole fi bulchiinsa magaalootaa irraa…
Dorgommii olompiikii addaa Afrikaa kaleessa xumurameen Ityoophiyaan meedaaliyaa 7 argatte
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) –Dorgommii olompiikii addaa Afrikaa kaleessa xumurameen Ityoophiyaan meedaaliyaa 7 argatte.
Dorgommiin olompiikii addaa gosa ispoortii ispoorteessitoonni hanqina guddina sammuu qaban irratti…