Ispoortii
Fiigicha mana keessaa idil addunyaatin atleetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Waldorgommii fiigicha mana keessaa idil addunyaa Faransaayitti gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa injifannoon xumuraniiru.
Waldorgommichaan fageenya meetra 1500 dubartootan Atleet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha yoo injifattu, Atleet Lamlam Haylee fi Aksumaawiit Inbaayaaw sadarkaa 2ffaa fi 3ffaan…
Read More...
Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome.
Waancaa Afrikaa Chaan baatii lama booddee eegalamuuf biyyoonni calallii darban rammaddiin isaanii ifa ta’eera.…
Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame.
Priimiyar liigii Ingiliziin dirree isaatiin alatti Cheelsii kan qunname Maanchiister Yunaayitid 2-0 injifateera.
Maanchiister…
Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 14ffaan kilaboonni Oromiyaa milkiin xumuran
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 14ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaan 2-0 Yuunvaarsiiti Walwaaloo injifate.
Waliigala Taphoota har’a gaggeeffameen:-
Adaamaan 2-0 Yuunvaarsiiti…
Guci jalqabaa gareen olompikii Ityoophiyaa qabsiifame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) - Guci jalqabaa gareen olompikii Ityoophiyaa Finfinneetti qabsiifame.
Preezdaantin FDRI Saahilawarqi Zawdee guca jalqabaa garee olompikii Tookyoo 2020 ifatti qabsiisaniiru.
…
Atleettootaa fi leenjistoota bu’aa galmeessaniif badhaasni laatame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Atleettootaa fi leenjistoota akka biyyaa fi idil addunyaatti bu’aa galmeessaniif badhaasni laatameera.
Badhasichi shampiyoonaa atleetiksi idil addunyaa 17ffaa, tapha guutuu Afrikaa 12ffaa,…
Taphataan Kubbaa Miilaa Mogas Taaddaasaan boqate
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Taphataan Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa duraanii Mogas Taaddaasaan addunyaa kanarraa guyyaa har’aa lubuun darbeera.
Mogas Taaddasaan Qidduus Goorgisitti garee ‘C’ hanga garee olaanaatti,…