Ispoortii Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0
Ispoortii Falmii Buunyaa ga’eessa umrii waggaa 58 fi daggaggoo umrii waggaa 27 gidduutti galgala kana gaggeeffamu Sifen Megersa Nov 15, 2024 0
Ispoortii Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Nov 14, 2024 0
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa Sabbataa, ispoonsara waggaa afuriif turu Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.… Read More...
Ispoortii illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera. Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama. Dorgommii kanarratti…