Ispoortii
Laaliigichaan Riyaal Maadriid injifateera
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Laaliigaa Speenin kaleessa taphoonni 3 gaggeeffamaniiru.
Riyaal Maadriid, Eebaar keessummeessuun mirgaan galeera.
Maadriid galchiiwwan Toonii Kiruus, Sarjiyoo Raamoosii fi Maarseelloon taphicha 3f 1n injifateera.
Biigaas, Eebaarif galchii dandamannaa gumaachet ture.…
Read More...
Laaligaa Ispeeniin edana taphoonni lama gaggeeffameera
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Laaligaa Ispeeniin Giraanaadaan yoo moo’atu, Kooppaa Itaaliin Juuveentus xumuraaf ga’e.
Dirree isaarratti Geetaafee kan keessummeesse Giraanaadaan goolii Daakoonaamii fi Fernaandeez…
Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame.
Laaligaan Ispeen eda galgala tapha Siiviyaa fi Riyaal Beetis…
Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse.
Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon baatiiwwan dabalataatif dheeressuu beeksiseera.…
Taphoonni Priimiyar Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 ni eegalamu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Taphoonni kubbaa miilaa Priimiyer Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 akka eegalu murtaa’uu ibsame.
Liigichi guyyaa kana tapha Maanchistar Siitii - Arseenaal Astoon Viillaa - Sheelf…
Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo boqate
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo Addaamuu umriisaa waggaa 55ffaatti boqachuun, kaleessa sirni awwaalchaasaa raawwatameera.
Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa akka beeksisetti sirni…
Taphataan kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaa duraanii Tasfaayee Urgeechoo boqote
Finfinnee, Caamsaa 5,2012(FBC) – Taphaataan kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa duraanii fi garee Qidduus Giiyoorgiis Tasfaayee Urgeecchoo boqote.
Ameerikaa jiraachaa kan ture taphaan kun boqonnaaf gara Ityoophiyaa wayita…