Ispoortii
Federeeshinichi Yuunvarsiitii Walwaaloo Aaddagiraat dorgoommirraa dhorke
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Federeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yuunvarsiitii Walwaaloo Aaddagiraat dorgommii kamiiyyuurra dhorkuu beeksiseera.
Federeeshinichi garichaaf xaalayaa barreesseen, waggaa darbee taphattoota garicha tajaajilan 8 waliin walqabatee murtoon haqaa guyyoota 10 keessaatti akka laatamuuf daangaa yeroo kennee…
Read More...
Q/goorgisii fi Adaamaan qixa ba’an
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Q/goorgisii fi Adaamaan qixa ba'an.
Taphni priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaa har'a gaggeeffameera.
Tapha tokkicha gaggeeffameen Adaamaa fi Q/goorgiis galchii malee…
Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 15ffaa Dirree Dawaan 1-0 Maqalee 70 Indartaa injifate
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 15ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Dirree Dawaan 1-0 Maqalee 70 Indartaa injifate.
Waliigala Taphoota har’a gaggeeffameen:-
Yuunvaarsiiti Walwaaloo 3-3…
Atleet Abaabil Yashaanah walakkaa maaraatoonan riikardii addunyaa haaraa galmeessisteetti
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Atleet Abaabil Yashaanah walakkaa maaraatoonan riikardii addunyaa haaraa galmeessisteetti.
Emmireetota Arabaa Gamtooman, Raas Al Kaamaahitti dorgommii walakkaa maaraatoonaa gaggeeffameen Atleet…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa Bitootessa 6 eegaleet gaggeeffama
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa Bitootessa 6 hanga 21,2012tti gaggeeffama.
Taphicha kan qopheessu magaalaan Sabbataa qophii ga'aa taasisuu Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii magaalichaa…
Fiigicha mana keessaa idil addunyaatin atleetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Waldorgommii fiigicha mana keessaa idil addunyaa Faransaayitti gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa injifannoon xumuraniiru.
Waldorgommichaan fageenya meetra 1500 dubartootan Atleet Gudaaf…
Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome.
Waancaa Afrikaa Chaan baatii lama booddee eegalamuuf biyyoonni calallii darban rammaddiin isaanii ifa ta’eera.…