Ispoortii
Walwaaloo Aaddagiraat leenjisaa isaa gaggeessuuf murteesse
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Hoggansi Boordii Walwaaloo Aaddagiraat Yuunvarsiitii leenjisaa olaanaa garichaa Yohaannis Saahilee gaggeessuuf murteesse.
Hoggansichi marii guyyaa har’aa taasiseen leenjisaa olaanaan garichaa Yohaannis Saahileen akka gaggeeffaman murteesseera.
Sababa kanaan Abrahaam Ta’aare fi Koomaandar Kidaanee…
Read More...
Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaan kilaboonni Oromiyaa injifataman
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen kilaboonni Oromiyaa injifatamaniiru.
Taphoota Priimeyar liigichaa guyyaa har’aa sa’aatii 9:00 eegalee gaggeeffameen…
Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate.
Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Faasil Maqalee 70 Indartaa injifate.
Tapha istaadiyoomii Maqaleetti gaggeeffameen Faasil Maqalee 70 Indartaa…
Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera.
Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo hawaasummaa, misooma biyyaalessaa, fayyummaa qaamaa fi…
Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 26ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 26ffaan Bitootessa 6-21,2012tti magaalaa Sabbataatti ni gaggeeffama.
Shaampiyoonaa kanaaf qophiin barbaachisu xumuramuu ibsameera.
Tapha kana irraatti…
Atleet Abbaadii Haddiis boqate
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Atleet Abbaadii Haddiis boqate.
Atleet Abbaadii Haddiis Ityoophiyaan fiigicha gabaabaa fi dheeradhaan beekamtii akka argattu ga'eesaa ba'ateera.
Abbaadiin reefu umriin isaa…
Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera.
Bakka isaanii itti aanaa leenjisaa kan turen Fissahaa…