Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan olaantummaa godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan torban tokkoof godinaalee Oromiyaa 16 fi magaaloota 8 ti hirmaachisuun magaalaa Laga Xaafoo Lafa Daadhiitti gaggeeffamaa turuun isaa ni yaadatama.…
Read More...
Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure.
Shaampiyoonaan Atileetiksii 2ffaa guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadi…
Komishiniin Ispoortii FDRI Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu laataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii FDRI Waajjira Farra Si’eessituu Biyyaaleessaa fi Waldaa Geezeexeessitoota Ispoortii waliin ta’uun Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu Adaamaatti laataa jira.…
Atileet Gudaaf Tsaggaay riikaardii addunyaa meetira 1500 qabamee ture cabsite
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) –Atileet Gudaaf Tsaggaay Faransaay Leeviinitti kan gaggeeffame, waldorgoommi fiigichaa mana keessaa meetira 1500 riikaardii addunyaa qabamee ture cabsite.
Atileet Gudaaf bara Faranjootaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Dorgommiin Atleetiksii guddattoota Oromiyaa 2ffaan kun hanga Gurraandhala 7ttii fufee…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 26ffaa fi feestivaalli Ispoortii aadaa Oromiyaa 11ffaan eegale
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 26 fi feestivaali Ispoortii aadaa Oromiyaa 11ffaan magaalaa Lagaxaafoo Lagadaadhiitti bakka hoggantoonni olaanoo Naannoo fi Federaalaa argamaniiti eegaleera.…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan Sabbataan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaa har’a gaggeeffameen Sabbataan Adaamaa yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar Bahaar Daar waliin qixa ba’eera.
Taphni har’a sa’aatii 4:00…