Ispoortii
Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaa torbee jalqabaan Magaalaan Adaamaa injifatame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaa torbee jalqabaan Adaamaan Faasiliin 1fi 0n injifatameera.
Taphoota Priimiyar Liigiichaa marsaa 2ffaa torbee jalqabaan har’a taphoonni lama gaggeeffamaniiru.
Tapha Istaadiyeemii idila addunyaa magaalaa Bahaar Daaritti Magaalaa…
Read More...
Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) –Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame.
Liigiichi boqonnaa torbee lamaan booda marsaa 2ffaan isaa booru ni eegala.
Guyyaa booruu Bunni…
Hawaasaa fi Sihuul Shireen leenjistoota waliin gargar ba’an
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) –Gareen Priimiyar Liigii Ityoophiyaa lama Hawaasaa fi Sihuul Shireen leenjistoota waliin gargar ba’aniiru.
Boordiin magaalaa Hawaasaa leenjisaa duraa Addisee Kaasaa kaasuun Birhaanuu Warquu…
Shaampiyoonaan ispoortii godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan ispoortii godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa jira.
Shaampiyoonaan tapha ispoortii guutuu godina Arsii Lixaa 13ffaan magaalaa Nageelleetti gaggeeffamaa jira.…
Qananiisaan walakkaa maaraatoonii Landan Riikkardii haaraa galmeessisuun injifate
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Atleet Qananiisaa Baqqalaa walakkaa maaraatoonii Vaaytaaliitii Biig Landan riikkardii haaraa galmeessisuun injifate.
Qananiisaan walakkaa maaraatoonii Landan guyyaa har’aa…
Ramaddiin mo’anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Ramaddiin mo'anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome
Tapha ramaddichaan gaggeeffamuun gareewwan 16 ni hirmaatu..
Haaluma kanaan;
Maanchistar Yuunaaytid - Laask,…
Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28 eegalu
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28, 2012 kan eegalu ta’uu beeksiseera.
Federeeshinichi taphoonni marsaa 2ffaa kunneen…