Ispoortii
Qidduus Giyoorgiis leenjisaa olaanaa fi gargaaraa hojiirraa dhoorke
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Boordiin Waldaa Ispoortii Qidduus Giyoorgiis leenjisaa olaanaa, gargaaraa fi leenjisaa karra(goolii) eegaa yeroof hojiirraa dhoorkuu beeksise.
Hoggantoonni boordii waldaa ispoortichaa walga’ii gaggeessaniin haala ga’umsa yeroo leenjiftoota kanneenii erga gamaaggamaniin booda murtee kana dabarsuun isaanii…
Read More...
Federeeshinichi atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophiirra turan gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 4,2012 (FBC)- Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophii taasisaa turan gaggeessuu beeksise.
Koonfedereeshiniin Atleetiksii Afrikaa (CAA) eda galgala ibsa…
Tootanhaam shaampiyoons liigii Awrooppaa ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Tapha mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaa eda galgala gaggeeffameen Tootanhaam mo’atame.
Eda galgala sa’aatii 5:00 eegalee Tootanhaam Leepziingin 3 -0 injifatamuun liigicha alaan…
Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama
Finfinnee, Bitootessa 1,2012 (FBC) - Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama.
Galgala har’aa sa’aatii 5:00 eegalee Tootanhaam dirreen ala Leepziing yoo keessummeessu,…
Xomborri Ityoophiyaa, kan olompiika Tookiyoo magaalaa Maqaleetti qabsiifame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) –Xomborri Ityoophiyaa, kan olompiika Tookiyoo magaalaa Maqaleetti qabsiifame.
Xomborri garee olompiika Ityoophiyaa marsaa 4ffaa, olompiika Tookiyoo 2020 magaalaa Maqaleetti qabsiifameera.…
Maaraatoonii Loos Anjalasiin Atleet Baayyalliny Tashaagar injifate
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Waldorgommii maaraatoonii Loos Anjalas 35ffaadhan Atleet Baayyalliny Tashaagar injifateera.
Waldorgommii maaraatoonii jalqabaa kan taasise Atleet Baayyalliny fageenyicha sa’aatii 2:09:27 sadarkaa…
Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan Maqalee 70 Indarataan Hadiyyaa Hoosaa’inaan 1-0…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) - Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan har’a gaggeeffameera.
Qabxii 25 sadarkaa 3ffarratti kan argamu Maqalee 70 Indarataan Hadiyyaa Hoosaa’inaan 1-0 injifateera.
Haaluma…