Ispoortii
Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Liigii olaanoo biyyaalessaa keessatti morkataa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi'uu mirkaneeffateera.
Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaddii C keessatti morkataa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2014…
Read More...
Kilabni Qidduus Giyoorgis taphattoota ciccimoo garichaa 4 hojiirraa dhorke
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Kilabni Qidduus Giyoorgis sababa namuusaan Geetaanaa Kabbadaa, Aschaalew Taammanaa, Gaaddisaa Maabraatee fi Muluuleem Masfin garee olaanaa keessa dhorkuu beeksiise.
Kilabichi ibsa laateen garicha…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qiduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahan
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Tapha Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahaniiru.
Priimeyar Liigiichaan Magaalaan Faasil taphoota 18n qabxii 45 walitti qabachuun dursaa jira.…
Abbaan Murtoo olaanaan Kubbaa Miilaa Idil addunyaa Ba’amlaak Tasammaan Olompikii Tookiyoof filataman
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Abbaan Murtoo olaanaan Kubbaa Miilaa Idil addunyaa Ba’amlaak Tasammaan taphoota Kubbaa Miilaa Olompikii Tookiyoo akka dursan filatamaniiru.
Dorgommii Olompikii Tookiyoo gaggeeffamuuf…
Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2014 Onkololeessa 7, 2014 ni eegala jedhame
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2014 baatii Fulbaanaa eegalmuuf ture baatii tokkoof dheerachuun Onkololeessa 7, 2014 kan eegalamu ta’uu Komishiniin Ispootii Ityoophiyaa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffateera.
Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaaddii ‘A’ keessatti dorgomaa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa…
Joozee Morinihoon leenisummaa Tootanihaamirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Leenjisaan Tootanihaam Joosee Morinihoon hojii isaaniirra gaggeeffamaniiru.
Kilabichi tibbana qabxii gadi aanaa galmeessisuu isaa hordofee leenjisaa isaa gaggeessuu beeksiseera.
Joozee…