Ispoortii
Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Amboo Liigii olaanaa Ityoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC)- Kilabiin kubbaa miilaa bulchiinsa magaalaa Amboo Liigii Olaanaa Ityoophiyaaf darbeera.
Tapha nuusa xumuraa liigii tokkoffaa Ityoophiyaan har'aa kutaa bulchiinsa magaalaa Addis waliin kan taphate magaalaan Amboo peenaaliitiin 4-3 injifachuun darbuusaa mirkaneeffamera.
Tapha idileetiin boqonnaa dura kilabiin…
Read More...
Priimeyar Liigiichaan Jimmaa Abbaa Jifaarii fi magaalaan Baahir Daar qixa bahan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Tapha Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Jimmaa Abbaa Jifaarii fi magaalaan Baahir Daar 0 fi 0 qixa bahaniiru.
Guyyaa har’a Jimmaa Abbaa Jifaarii fi magaalaan Baahir Daar istaadiyeemii…
Abbuubakar Naasiriin Riikardii goolii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa fooyyeesse
Finfinnee, Caamsaa 8, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Buna Ityoophiyaa Abbuubakar Naasiriin Riikardii goolii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa tapha bara tokkoo fooyyeesseera.
Abbuubakar tapha bara tokkoo keessatti goolii hedduu…
Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa Turkitti gaggeeffamuuf ture gara Poorchugaaliitti…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa Kilaboota Ingiliiz lamaan gidduutti Turkitti gaggeeffamuuf ture gara Poorchugaaliitti jijjiirramuu ibsameera.
Taphni xummuraa Shaampiyoons Liigii…
Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa gara Liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Kilaboonni Oromiyaa Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Adaamaa Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessa gara liigii olaanootti bu’uu isaanii mirkanaa’eera.
Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Jimmaa Abbaa Jifaar Walaayittaa waliin qixa ba’e
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar fi Walaayittaa Diichaa waliin goolii 1 qixa ba'an.
Abbaa Jifaariif Piriinsi…
Atleet Gudaaf Tsaggaay sa’aatii fooyya’aa galmeessisuun fiigicha Meetira kuma 10 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Atleet Gudaaf Tsaggaay dorgommii ishee jalqabaa meetira kuma 10niin sa’aatii fooyya’aa galmeessisuun injifatteerti.
Fiigicha meetira kuma 10 dubartootaa gidduutti Puurchugaaliitti…