Ispoortii
Atleetoonni Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoof qophii ga’aa taasiisaniiru- Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Atleetoonni Olompikii Tookiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’an 30 qophii ga’aa taasiisuu Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu ibsaniiru.
Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun Olompikii Tookiyoorratti Atleetoonni Ityoophiyaa bakka bu’an 30 baatiwwan 8…
Read More...
Federeeshinich Kilaboonni taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu akka hin dandeenye beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Kilaboonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessatti hirmaatan taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu akka hin dandeenye murtoo dabarsuu beeksiiseera.…
Fiigicha daandirraa Faransaayitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Fiigicha daandirraa Faransaay Leensitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Fiigicha fageenyaa kiiloo meetira 5 Leensitti dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet…
Akka Oromiyaatti sagantaan Deemsa miilaa fi Biskileetaa Asallaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Sagantaan Deemsa miilaa fi Biskileetaa akka naannoo Oromiyaatti ganama har'aa haala hoo'aa ta'een dorgommiiwwan Ispoortii garaagaraa waliin magaalaa Asallaatti gaggeeffameera.
Qopheessummaa Abbaa…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ispeen walakkaa nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Taphni moo'atanii darbuu Waancaa Awurooppaa Siwiizarlaandii fi Ispeen gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ispeeniin xumurameera.
Sa'aatiin idilee daqiiqaan 90 fi kan dabalataa daqiiqaan 30 goolii 1…
Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii Osilootti gaggeeffameen injifate
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii meetira kuma 3 Osilootti gaggeeffameen injifateera.
Dorgommii Daayimandi Liigii meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti Noorwey magaalaa…
Faransaay Waancaa Awurooppaa ala taate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Tapha moo'atanii darbuu eda galgala Faransaayii fi Siwiizarlaand gidduutti gaggeeffame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurameera.
Tapha sa'aatii 4:00 irraa eegalee biyyoota lamaan gidduutti…