Ispoortii

Ispoortii

Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqate

Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Taphaataa Arjantiinaa fi leenjisaa garechaa kan ture Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqateera. Maradonaan dhibee onnee tasaan manasaa keessatti lubbuunsaa darbeera. Seenaa kubbaa miilaa keessatti taphaataa beekamaa kan ture Madoonaan bara 1986tti Arjantiinaan waancaa addunyaa injiffatte dursaa…
Read More...