Ispoortii
Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’eef simannaan taasiifame
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’e wayita Buufata Xiyyaaraa idil- Addunyaa Boolee ga’u simannaan taasiifameefira.
Sirna simannaa kanarratti hoggantoonni mootummaa olaanoo fi qaamoleen dhimmi ilaallatu argamaniiru.
Jilli Ispoorteessitoota Ityoophiyaa…
Read More...
Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiiste
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigicha dubartootaa meetira kuma 10'n Atileet Lettasanbaat Gidaay Ityoophiyaaf meedaaliyaa dabalataa argamsiisteetti.
Baahireeniif kan fiigduu Atileet Qaalkidaan Gazzaaheny…
Oolompikii Tookiyoo dorgommi dubartoota meetira 1500 irratti kan hirmaatte atileet Fireewaayin…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Oolompikii Tookiyoo dirgommi dubartootaa meetira 1500 irratti kan hirmaatte atileet Fireewaayin Haayiluu 4ffaa ba’uun dorgommicha xumurteettii.
Dorgommi dhiiroota meetira 5000 irratti kan hirmaatee…
Keeniyaan Olompika Tookiyoorratti warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Gareen Olompikii Keeniyaa maal ta'e osoo jedhamuu dorgommii meetira 800 dhiirotaa har'a dorgomameen Imaanu'eel Koriir warqee jalqabaa biyyasaaf argamsiiseera.
Lammiin Keeniyaa biroon Fargusan Rotich…
Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarte
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Atleet Fireewaayin Haayluu dorgommi dubartoota meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf dabarteetti.
Atileet Lamlaam Haayluu ammoo 9ffaa bahuun xumuraaf osoo hin qaqqabiin xumurteetti.
Feesbuukii keenyan…
Atileetoonni Ityoophiyaa dorgommi xumuraa fi gulaalliirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Har’a dorgommii Olompikii Tookiyoo 2020 irratti atileetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatuu.
Guyyaa sa’aatii 7:00 gulaallii walakkaa xumuraa dubartootaa meetiraa 1500 kan darban Fireewaayiinii Haayluu fi…
Olompikii Tookiyoo dubartoota meetira 800 irratti kan hirmaattee Atileet Habtaam Alamuu 6ffaa ba’uun…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Olompikii Tookiyoo dubartoota meetira 800 irratti kan hirmaattee Atileet Habtaam Alamuu 6ffaa ba’uun goolabdeetti.
Kanaafis badhaafamtuu dippiloomaa taateetti.
Feesbuukii keenyan dabalata…