Ispoortii
Cheelsiin Shaampiyoonaa tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Cheelsiin goolii 1 fi 0n Maanchiisteer Siitii injifachuun Shaampiyoonaa kilaboota Awurooppaa bara 2020/2021 ta'eera.
Kilaboota Ingilaandii lamaan Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii walitti kan fide taphni xummuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa olaantummaa Cheelsiin xummurameera.
Taphichi Puurchuugaal…
Read More...
Bunni Ityoophiyaa hirmaannaa taphoota Waancaa Konfedereeshinii Afrikaa bara 2021/2022 argachuu…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa fi Bunni Ityoophiyaa goolii 1 qixa ba’aniiru.
Bunni Ityoophiyaa taphoota hanga…
Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffaman
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Leenjisaan Riiyaal Maadriid Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffameera.
Ziidaan Kilabicha gadi lakkisuuf xaalayaa erga galfatee booda gaaffiin isaa fudhatama argachuun…
Viillaariyaal Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) - Viillaariyaal Maanchiisteer Yuunaayiitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara 2020/2021 ta'eera.
Taphni xummuraa Liigii Awurooppaa kilaba Ingilaand Maanchiisteer Yuunaayiitiidii fi kan…
Priimeyar Liigiichan magaalaan Sabbataa magaalaa Walqixxee 1 fi 0 injifate
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaan Sabbataa magaalaa Walqixxee 1fi 0 injifateera.
Gooli magaalaan Sabbataa ittin injifatee Toomaas Mihratuu daqiiqaa 81ffaarratti lakkoofsisuu…
Priimeyar Liigiichan Walayittaa Diichaan magaalaa Baahir Daariin injifate
Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Walayittaa Diichaan magaalaa Baahir Daariin 2 fi 0 injifateera.
Gooliicha taphataan Charinnat Gugsaa daqiiqaawwan 55ffaa fi 76rratti lakksoofsiisuu…
Fiigicha Cheek Rippaablik Koontiineentaal Tuuriin Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Koontiineentaal Tuurii kaleessa galgala Cheek Rippaablik magaalaa Ostiraavaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Atleet Geetinnat Waalee gufachiisa Meetira…