Ispoortii
Tapha Waancaa Awurooppaan Cheek Rippaabliik Iskootlaandi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa har’a waaree boodaa Iskootlaandii fi Cheek Rippaabliik gidduutti gaggeeffameen Cheek Rippaabliik goolii 2 fi 0n injifatteerti.
Schiik daqiiqaa 42ffaa fi 52ffaarratti goolii 2 Cheek Rippaabliikiif galcheera.
Galgala kana sa’aatii 1:00 irraa eegalee Poolaandi Isloovaakiyaa…
Read More...
Tapha waancaa Awurooppaan Weelsii fi Siwiizarlaand walqixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Awurooppaa guyyaa 2ffaa har'a gaggeeffameen Weelsii fi Siwiizarlaand goolii 1 walqixa ba'aniiru.
Tapha Azaarbaajaan magaalaa Baakkuutti Weelsii fi Siwiizarlaand gidduutti geggeeffame…
Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti.
Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa 3 Seekoondii 53 fi maaykiroo 63 xumuruun rikkardii…
Atleet Lattasanbat Giday Meetira kuma 10 Riikkardii Addunyaa haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Riikkardii addunyaa haaraa galmeessite.
Riikkardii haaraa guyyaa sadi dura Siifan Hasaniin qabamee ture Lattasanbat…
Atileet Siifaan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsite
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Dhalattuu Ityoophiyaa lammummaan Hoolaand kan taatee Atileet Siifan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsiteetti.
Riikardii meetira kuma 10 atileet Almaaz Ayyanaatiin waggoota 5f qabame…
Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsaniiru.
Federeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a gareewwan Priimeyar Liigii…
Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu hime
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu beeksiseera.
Istaadiyeemoonni ijaaraman kunniinis Amboo, Danbii Doolloo, Awwadaay, Haramaayaa fi Salaleetti ta’uu himameera.…