Ispoortii
Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.
Naayijeeriyaan goolii 2 fi 0n Giinii Bisaw, Ijibti ammoo goolii 1 fi 0n Sudaan injifachuun biyyoonni lamaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffataniiru.…
Read More...
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru.
Seeneegaalii fi Giiniin ramaddicharraa gara…
Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame.
Goolii Siiriiyil Baayyaalaan daqiiqaa 25ffaa irratti Burkiinaafaasoof,…
Galgala har’aa Burkinaafaasoo Vs Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa har’a galgala Burkinaafaasoo waliin ni taphata.
Taphoota lamaan darban Keep Verdeen 1-0’n, Kaamerooniin 4-1’n kan…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin Gaambiyaan ammoo Maalii waliin qixa ba'aniiru…
Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har'a xumurameera.…
Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fudhachuun dhalattoonni naannoo Somaalee hedduun…