Ispoortii
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Dorgommii fiigichaa Xumura torban darbee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Jarman magaalaa Kaarlisiruuhiitti gaggeeffameen Barrihuu Aragaawii 1ffaa bahuun xumureera.
Dorgommii qaxxaamura biyyaa Xaaliyaanii magaalaa…
Read More...
Gibtsi 2 – 1 Moorookoo
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Gibtsi goolii 2 fi 1n Moorookoo injifatteerti.
Sa'aatiin idilee 1 qixa…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa27ffaafi agarsiisni feestivaalaa aadaa 12ffaan magaalaa Sandaafatti…
Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har'a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Burkiinaafaasoon goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifachuun…
Iyvoorii Koost waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'anii darbuu Iyvoorii Koostii fi Gibtsi gidduutti taphatame olaantummaa Gibtsi xumurameera.
Taphni idilee goolii malee xumuramuun rukkuttaa bilisaan Gibtsi goolii 5 fi…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa fi Feestivaalli aadaa naannoo Ummattoota Kibbaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaa naannoo Ummattoota Kibbaa Magaalaa Aarbaa Mincitti eegalameera.
Sagantaa baniinsa shaampiyoonaa kanarratti…
Taphoota Waancaa Afrikaa moo’anii darbuun har’a Iyvoorii Koost Gibtsi waliin ni falmatu
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa moo’anii darbuu har’a galgala sa’atii 1:00 irraa eegalee Iyvoorii Koostii Gibtsi waliin taasiiftu xiyyeeffannaa argateera.
Falmiin Nikoolaas Peeppee fi Mahaammad Saalaa…