Ispoortii
Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatte
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatteerti.
Dirribeen dorgommicha daqiiqaa 3, seekoondii 59 fi maayikiroo seekoondii 48 xumuruun ijifatteerti.
Dorgommichaan Atileetiin Ityoophiyaa Mabriit Makonnin 2ffaa ba’uun xumuruu ragaan Federeeshinii…
Read More...
Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate.
Dorgommii Shaampiyoonaa waancaa Bahaa fi…
Kilabni Kubbaa Miilaa Sokorruu Shaampiyoonaa liigii Olaanoo Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Tapha liigii Olaanoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti kilaboota 26 hirmachisuun gaggeeffamaa tureen kilabni kubbaa miilaa Magaalaa Sokorruu Shaampiyoonaa ta’eera.
Sokorruun kilaba kubbaa Miilaa…
Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa taphaa gulaallii…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin qixa xumuran
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin taphaa madaallii ga’umsaa 2ffaatiin 1-1 qixa xumuraniiru.
Tapha istaadiyamii Yuunvarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii…
Juubaatti dorgommii fiigichaa kabachiistota nageenyaa idil addunyaa gidduutti gaggeeffameen loltuu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Suudaan Kibbaa Juubaatti dorgommii fiigichaa kiiloo meetira 12 miseensota kabachiistota nageenyaa idil addunyaa biyyoota 120 irraa walitti babba’an gidduutti gaggeeffameen loltuu Baantee’iddil Yittaayaw…
Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamuu…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti eegalameera.
Dorgommicharratti naannoo Amaaraan ala naannoleen hundii fi bulchiinsi magaalotaa hirmaachaa jiru…