Ispoortii
Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera.
Taayisan waggoota 19 booda falmiitti deebi'uus dargaggeessa umrii waggaa 27 Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera.
Bu'aa falmichaa hordofee Jeek Paawul Doolaara miiliyoona 40 yoo argatu,…
Read More...
Falmii Buunyaa ga’eessa umrii waggaa 58 fi daggaggoo umrii waggaa 27 gidduutti galgala kana…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Falmiin har’a galgala buunyessaan Maayik Taayisan, Buunyessaa beekamaa Jeek Jooseef Pool waliin taasiisu hawwiin eegama.
Falmiin har’a halkan sa’aati 5:00 eegalee Ameerikaa Teeksaas Arliingitanitti…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Kubbaa Miilaa magaalaa Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har'a waaree booda taphatameen Kilabiin Kubbaa Miillaa magaalaa…
Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n injifatameera.
Bakka bu'aan Afrikaa Bahaa…
Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii 3 keessa tokko taate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii badhaasa bara Faranjootaa 2024'f kaadhimaman sadi keessaa tokko ta'uu Federeeshiniin Atileetiksii Addunyaa beeksise.
Atileet Simboon…
Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifate
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa halkan kana taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifateera.
Maanchister Siitiin hanga daqiiqaa 78'tti galchii Haalaandi daqiiqaa…
Bireentifoord, Fuulhaamii fi Woolviis morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa har'a taphatameen Bireentifoord, Fuulhaam fi Woolviis morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam Eevartan waliin qixa baheera.
Bireentifoord galchii…