Ispoortii
Eedan Hazaardi garee biyyaalessa Beeljiyeem keessaa ba’uu beeksiise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Eedan Hazaardi Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Beeljiyeem keessaa ba’uu ifoomseera.
Taphataan Kilaba Riyaal Maadridii fi garee Biyyaalessaa Beeljiyeem Eedan Hazaardi biyyattiin Waancaa Addunyaa 22ffaa ala ta’uu hordofee garicha keessaa ba’uu isaa beeksiseera.
Eedan Hazaardi biyya isaaf taphoota 126 irratti…
Read More...
Moorookoon Waancaa Addunyaan biyya Afrikaa jalqabaa marsaa nuusa xumuraaf darbite taate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa moo’atanii darbuu marsaa nuusa xumuraa Moorookoofi Ispeen gidduutti taphatame injifannoo Moorookoon xumurameera.
Taphichaan Moorookoon rukuttaa adda bahiinsaan goolii 3fi 0…
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphoonni moo’atanii darbuu marsaa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni Moorokoon Ispeen waliin taphattu eegamaa jira.
Akkasumas galgala…
Kirooshiyaan Jaappaaniin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Kiroosiyaan rukuttaa adda bahiinsaan 3 fi 1’n Jaappaan injifachuun tapha nuusaa xumuraaf darbarte.
Gareewwan lameen morkii cimaa gaggeessaniin, daqiiqaa 90 keessatti walqixa 1 fi 1’n ba’anis daqiiqaa 30…
Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.
Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan taphni har’a nuusa xumuraaf darbuuf gaggeessaan ni…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan olaantummaa Kilaba Atileetiksii Buraayyuun…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Torbee tokkoof Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 11ffaan Injifannoo Kilaba Atileetiksii Buraayyuun xumurameera goolabameera.
Kilabni Atileetiksii…
Faransaay Poolaandiin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Faransaay 3 fi 1’n Poolaandiin injifachuun tapha nuusa Xumuraaf dabartetti.
Istaadiyamii Altuumaamitti taphaa Farnsaayii fi Poolaandi gidduutti taphatameen taphataa Oliviyeer Jiiruu goolii tokko,…