Ispoortii
Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarka kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera – Waaliid Ragiraagii
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Abjuun Waancaa addunyaaf qabnu gufatus sadarkaa kanarra ga’uu keenyaaf gammanneera jedhan Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Moorookoo Waaliid Ragiraagii.
Gadda osoo hin taane gammachuutu nutti dhaga’ama jedhan.
Moorookoon tapha waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataariin biyyoota gurguddoo injifachuun…
Read More...
Liyoonel Meesiin taphni xumuraa waancaa addunyaa baranaa isaaf tapha xumuraa ta’uu dubbate
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Liyoonel Meesiin taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaa baranaa isaaf tapha Waancaa Addunyaa xumuraa ta’uu dubbate.
Urjiin duraanii Baarseloonaa biyya isaa Arjantiinaaf yeroo 171 taphate, gooliiwwan 96…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a Moorookoo fi Faransaay waliin falmatu
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a taphni Moorookoo fi Faransaay gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee bakka buutuun Ardii Afrikaa…
Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.
Tapha har’a galgalaa kanaan Arjantiinaan Liyooneel…
Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.
Daandiin Qilleensaa ‘Eer Maarook’ jedhamu har’a akka…
Waancaa Addunyaa 22ffaan walqabatee Leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Leenjisaan garee biyyaalessaa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeetis murtoo…
Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.
Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf darbuu dandeesseerti.…